28/08/2026
Guyyaa har'aa hagayya 22/12 /2018 Dhaabbanni NUR BUS TRANSPORT S.C, Ethio Enginering Industry Group, deemuun daawwannaa isaa jalqabaa taasisee jira.
Dhaabbanni NUR BUS TRANISPORT S.C, Dhiheenya Kana Tajaajila Geejjibaa, Daandii dheeraa Kutaalee Biyyatti Kan Walquunnamsiisuu fi tajaajila Tax fi Nur-Ride Magaalota Gurguddoo Keessatti Kennuuf kan Hundeeffamaa Jiru Yemmuu ta'u,
Guyyaa Har'a Gara Kaampaanii Ethio Enginering Industry Group, Deemuun Oomishaalee Autobisii kan Biyya Keessatti Oomishan Daawwanneerra.
Biyya Keenya Keessatti Imaammata Mootummaan Qabatee Jiruun, Baasii Boba'aadhaan Walqabatu Hambisuuf Konkolaataa Gaasii Uumamaan Hojjatu Irratti Mootummaan Xiyyeeffannoo Guddaadhaan Kan Hojjataa Jiruudha,
Kanuma Irraa Ka'uunis Dhaabbanni NUR BUS TRANISPORT S.C , Konkolaataa Daandii Dheeraa, Fi Tajaajila Geejjibaa Magaalota Keessaaf kan Oolu , Ogeessa fi Kaampaani Oomishaale kana irratti bobba'an waliin Marii Bal’aa Taasiseera.
Investmenti Geejjibaa Ethiopia Keessatti Dhaabbata Maqaa Guddaa qabu, Kan Rakkoo Hawaasaa furuu fi, Abbootii Qabeenyaa Dhaabbatichaf Bu'aa Gaarii kan qabu Hundeessaa Jirra.
Namoota Nutti dabalamtanii Nu waliin Dhaabbata Kana Keessatti Hirmaachuu barbaaddaniif Ulaan Keenya Banaadha.
Sheerii Dhaabbata Kanaa Bitachuun Garee Hundeessitoota Dhaabbata Kanaatti Makamuu Dandeessu.
Odeeffannoo Dabalataaf 0937428930/0908074966 WhatsApp Nu quunnamaa.
Teessoon keenya Magaala shaggar Kutaa Magaalaa Furii Naannoo Masjiida Sal_Sabiilitti argamna.