Muhe

Muhe A person who doesn't know his own history is no different from an animal🐒

የራሱን ታሪክ የማያውቅ ሰው ከእንስሳ አይለይም

  Mubarak
16/04/2026

Mubarak

Nabi Muhammad irratti SalawaataBuusuun Raahaa Qalbiiti.💚ﷺS A W🥀 🌿💦
10/03/2026

Nabi Muhammad irratti Salawaata
Buusuun Raahaa Qalbiiti.💚ﷺS A W🥀
🌿💦

  kan dubartii alatti kajeeltu dubartii akkanaa rabbiin siif haa kannu
10/03/2026

kan dubartii alatti kajeeltu dubartii akkanaa rabbiin siif haa kannu

💥📸
27/02/2026

💥📸

waanuma jiraati wly 🤣😂🤣🤣
25/02/2026

waanuma jiraati wly 🤣😂🤣🤣

25/02/2026
KUTAA_1FFAA  ASOOSAMA GABAABAASABBOONTUU  Anis akkuma hiriyoota koo mooraa Yuunivarsiitii seeneen barnootan jalqabe. Jir...
22/02/2026

KUTAA_1FFAA

ASOOSAMA GABAABAA

SABBOONTUU
Anis akkuma hiriyoota koo mooraa Yuunivarsiitii seeneen
barnootan jalqabe. Jiruu barataa haaraa(Freshman) kan
jedhamus muuxachuun dirqama waan ta'eef mudannoo namni
kamiyyuu argee dabarsu anis argeen of bira nan dabarsa kan
jedhu dhaadannoo koo ture.
Guyyaa jalqabaa akkuman daree barnootaa seeneen qarqara
foddaan taa'e. Qilleensi isaas baay'ee waan ho'uuf foddicha
baneen qilleensi akka galun taasise. Barsiisaan inuma barsiisa.
Morma koo baafadhee yeroon gara alaa ilaalu garuu wantan
hin eegnetu jira.
Nama kana eessattin beeka jedheen callisee ilaalaan ture.
Battala kanatti barsiisaan keenya sagalee jabaa tokko
dubbatee narifachiise. Dafeen yaada koo sassaabbadhee gara
hojii koottin deebi'e.Sa'aatiin barnoota keenya kan gaafasii
akkuma xummurameen osoo barsiisaan daree keessaa hin
ba'iin fiigeen dursee ba'e. Bakkan dura itti ishee arge barbaachaan deeme. Isheen achi hin jirtu.
Isheenis akkuma koo Freshman baratti. Bakkan dhaabadhee
ishee ilaalaa jiru fuuldura daree barnootaa hedduutu jira.
Barattoonnis keessatti barnoota barachaa jiru. ....
anole

18/02/2026

With Ahme Pol – I just got recognized as one of their top fans!

  baga rabbin ittin nu ga'e 🤲🤲🤲warra milkii irraa buufatu nu haa taasisu
17/02/2026

baga rabbin ittin nu ga'e 🤲🤲🤲warra milkii irraa buufatu nu haa taasisu

17/02/2026

Indirizzo

Totora
San Mango

Notifiche

Lasciando la tua email puoi essere il primo a sapere quando Muhe pubblica notizie e promozioni. Il tuo indirizzo email non verrà utilizzato per nessun altro scopo e potrai annullare l'iscrizione in qualsiasi momento.

Contatta L'azienda

Invia un messaggio a Muhe:

Condividi